Naannoo Oromiyaa godina Shawaa lixaa aanaa Coobiitti pirooektiin biishaan dhugaatii baasii birrii miiliyoona 21 ijaarrame eebbifameera.

85

Finfinnee, Amajjii 29/2013 (TOI)- Naannoo Oromiyaa godina Shawaa lixaa aanaa Coobiitti pirooektiin biishaan dhugaatii baasii birrii miiliyoona 21 ijaarrame eebbifameera.

Piroojektichi bakka Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisiin fi Inarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan, Sadarkaa itti aanaa Pireezdaantiitti hogganaa kilaastera Misooma baadiyyaa Oromiyaa doktar Girmaa Amantee fi hooggantonni hojii mootummaa olaanoo federalaa fi Oromiyaa argamanitti eebbifameera.

Piroojektiin biishaan dhugaatii kun jiraattoota naannicha kuma 21 ol fayyadamoo ni taasisa jedhameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015