Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi jilli isaanii Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 34ffaa irratti hirmaacha jiru.

66

Finfinnee, Amajjii 29/2013 (TOI)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi jilli isaanii Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 34ffaa irratti hirmaacha jiru.

Yaa’iichi har'a kan eegalee yoo ta'u, mata duree ‘aartiin, aadaa fi bocaan Afrikaa barbannuu ni ijaarra’ jedhuun ni gaggeeffama.

Hooggantoonni Gamtichaa dhimmoota biyyaa fi naannoorratti marii xiyyeeffatee ni gaggeessuu jedhameera.

Afrikaan miidhaa weeraara vaayrasii koroonaatin isheerra ga’ee haala kamiin dandamachuu akka dandeessuu irratti yaanni dhiyaatee ni mari’atuun eegama.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015