Sadarkaa biyyoolessaatti gamaaggamni raawwii carraa hojii gaggeeffama jira

61

Finfinnee, Amajjii 24/2013 (TOI)- Sadarkaa biyyoolessaatti gamaaggamni raawwii carraa hojii gaggeeffama jira.

Waltajjii gamaaggamaa kun guyyoota 2f tura jedhameera.Gabaasaleen raawwii federalaa, naannolee kurnanii fi bulchiinsoota magaalaa lamaanii dhiyaachuun mariin ni gaggeeffaman eegaman.

Biiroleen carraa hojii uumuu fi intarpiraayzootaa naannoolee, komishinii carraa hojii umuu federaalaa akkasumaas hooggantoonni eejansii carraa hojii uumuu fi miidiyaalee hirmaacha jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015