Yuuniyeeniin Waldaa Hojii Gamtaa Oomishtoota Bunaa Oromiyaa Warshaa Bunaa ijaarsise eebbisiise

144

Finfinnee, Amajjii 22/2013 (TOI ) – Pireezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Warshaa Bunaa Yuuniyeenii Waldaa Hojii Gamtaa Oomishtoota Bunaa Oromiyaa eebbisiisaniiru.

Yuuniyeenichi birrii miiliyoona dhibba 1 oliin magaaloota galaanii fi Bulee Horaatti warshaa fi man - Kuusaa ammayyaa ijaarsiise eebbisiiseera.

Warshaan ammaayyaa Magaalaa Galaanitti ijaarame bakka Pireezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi hoggantoonni olaanoon Federaalaa fi naannoo argamaniitti eebbifameera.

Man-kuusaa bunaa ammayyaa magaalaa Bulee horaatti ijaarramees har'a eebbifameera

Maddi:-OBN

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015