Dhimmaa paarkii Naccisaar ilaalchisa magaalaa Arbaa miinchitti maryatamaa jira.

86

Finfinnee, Amajji,21/2013 (TOI) - Dhimma paarkii biyaalessaa Naccisaar ilaalchisa magaalaa Arbaa Miinchitti mariyataama jira.

Rakkoo paarkiin biyyaleessaa Naccisaar qabu irratti maryachuun kallattii rakkichi itti furamuu danda'u irrattis waliigalteen ni taasifama jedhamee egama.

Maricha kan qopheesse abbaa taayitaa egumsaa fi misooma binesoota bosona federaalaa yoo ta'u Itoophiyaatti ambaasaadarri Jarmaan irratti hirmachaa jiru.

Marii kanarratti dabalataan ministirri muummee durani obbo Hayileemaaram Dassaleny, sadarkaa pirezidaantitti qindessan kilastara hawaasuma naanno Oromiyaa Obbo Addisuu Araggaa, sadarkaa pirezidaantitti hogganaan biiroo aadaa, turizimii fi Ispoortii naannoo kibbaa obbo Hayileemaaram Tasfayee fi qooda fudhatoonni biroon argamaniru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015