Yuunivarsiitiin Dillaa barattoota kuma 3 fi 500 ol barsiisaa ture eebbisaa jira.

100

Finfinnee,Amajji, 20/2013(TOI)- Yuunivarsiitiin Dillaa barattoota kuma 3 fi 500 ol barsiisaa ture eebbisaa jira.

Yuunivarsiitichi barattoota sagantaa idilee fi al-idileen barsiisaa ture digiri jalqabaafi digiri lammaffaa barnoota isaanii xumurani kan eebbise.

Sirna eebbaa kana irrattis Naannoo Kibbaatti Sadarkaa Pireezdaanti Itti Aanaatti Qindeessaa Kilaastara Hawaasummaa fi Hoggannaan Biiroo Aadaafi Tuurizimii Obbo Haayilamaaram Tasfaayee dabalate miseenssooni Boordii Yuunivarsiichaa fi hoogganttoonni olaanoo naannichaa argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015