Yaa'abal'ootti ballii samuu hadoochu buufata gumurukaatti to'atame

69

Finfinnee,Amajji 20, 2013(TOI)- Komishini Gumurukaa Damee Mooyyaaleetti buufata to’annoo Yaa’aabal’ootti, baallii sammuu namaa hadoochuu konkoolaataa boba’aa fe'uun fe’ame osoo dabraa jiruu, eeruu hawasaa fi hordoffi humna to’anno damichaan to’annoo jala ooleera.

Buufata kanatti ji’a kana keessaa baalli sammuu namaa hadoochu konkoolaataa boba’aan ittiin fe'eemuun fe’ame osoo darbaa jiruu wayita to’annaa jala oolu kun yeroo 2ffaaf jedhameera.

Kontiroobaandiin baala sammuu namaa hadoochuu kun tilmaamaan Birri miliyoona 42 olitti akka tahuu ragaan Buufata To’annoo Yaa’abal’oorraa argannee ni muli’sa jechuun OBN gabaasera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015