Obbo Dammaqaa Mokonniin hordoftoota amataa Kiristaanaa maraan baga ayyaana Cuuphaan geessan jedhaniiru.

289

Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (TOI) -Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonniin hordoftoota amataa Kiristaanaa maraan baga ayyaana Cuuphaan geessan jedhaniiru.

Obbo Dammaqaan karaa fuula Feesbuukiisaaniin akka ibsanitti, hordoftoota amantaa kiristaanaa maraan baga ayyaana Cuuphaa nagaan geessan jedhaniiru.