Raayyaa ittisa biyyaatti daarektoreetiin mana murtii raayyaa ittisa biyyaa garee Juntaa ABUT waliin ta'uun miseensonni raayyaa ittisa biyya yakka biyya ganuu rawwachuun shakkaman akkaata seera raayyaa ittisa biyyaan akka dhimmi isaanii ilalamuu danda'uu irratti leenjii kenne.

Finfinnee,Amajji,8 /2013 (TOI)- Raayyaa ittisa biyyaatti daarektoreetiin mana murtii raayyaa ittisa biyyaa garee Juntaa ABUT waliin ta'uun miseensonni raayyaa ittisa biyya yakka biyya ganuu rawwachuun shakkaman akkaata seera raayyaa ittisa biyyaan akka dhimmi isaanii ilalamuu danda'uu irratti leenjii kenne.

Raayyaa ittisa biyyaatti daarektoreetiin daarektera mana murtii raayyaa ittisa biyyaa koloneel Damisee Kaasaa akka jedhanitti ogeessota seeraa Izii waraanaa hundaa fi humna qilleessarra walitti babahaanifi akkaataa miseensonni raayyaa ittisa biyyaa ABUT waliin ta'uun yakka biyya ganuu irratti hirmaataniru jedhamanii shakkaman karaa mana murtii waraanaa dhimmi isaani ilaalamu akkaa danda'amu irratti leenjiichi kennama kan jiru jedhaniru.

Leenjitoonnis akkata hojiirra olmaa seeroota haaraa irratti hubannoo gaarii arganneera jedhaniru

Maddi:- Raayyaa ittisa biyyaa

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015