Duula olaantummaa seera kabachiisuf naannoo Tigiraayitti duulamee keessatti hojii fakkenyuuma qabu hojjetoota isaa raawwataniif OBN beekamtii kennaa jira.

54

Finfinnee,Amajjii 08,2013(TOI)- Duula olaantummaa seera kabachiisuf naannoo Tigiraayitti duulamee keessatti hojii fakkenyuuma qabu hojjetoota isaa raawwataniif OBN beekamtii kennaa jira. .

Sirna kanaratti Pireezedaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaafi Ittinatuun pireezidantii Oromiyaa aadde Caaltuu Saanii argamaniru.

Dabalataanis Ajaajan humna qilleensaa Itoophiyaa mejer jeneraal Hilmaa Mardaasaa, dubbi himaan labsii yeroo arifachiisaa Ambaasaadar Rediwaan Huseen, Raayyaa ittisa biyyaatti daarekterri miidiyaa fi Indoktireeshinii mejer jeneraal Mahaamad Tasammaafi hoggantoonni miidiyaalee adda addaa sirna kanarratti argamaniru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015