Daa’immaan 5 dabalatee lammiileen Ityoophiyaa 270 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru

71

Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (TOI) – Daa’immaan 5 dabalatee lammiileen Ityoophiyaa 270 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.

Bakka bu’aan daayreektara jeneraalaa Dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma Alaa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti argamuun lammiilee kanneeniif simannaa taasiisaniiru.

Guyyaa tokko dura lammiileen 337 Riiyaadii gara biyyaa deebi’aniru jedhamera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015