Qamadiin jallisii boneen faca'e bu'aa qabeessa ta'eera -Dooktar Abiy - ENA Afaan Oromoo
Qamadiin jallisii boneen faca'e bu'aa qabeessa ta'eera -Dooktar Abiy
72
Finfinnee, Muddee 30, 2013 (TOI) - Qamadiin jallisii boneetiin faca'e bu'aa qabeessa ta'aa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Bu'aawwan argamerratti carraaqqii kalaqaa dabaluun karoora oomishaalee biyya alaatii galan kan biyya keessaatiin bakka buusuu ni dhugoomsina jedhan Fuula Feesbuukii isaaniin.