Muusaa Faakii Mahaammat erga baga geessanii dabarsan

147

Finfinnee, Muddee 28, 2013 (TOI) – Komishinarri Komishinii gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat ergaa baga geessanii ayyaana Qillee dabarsan.

Muusaa Faakiin hordoftoota amantaa kiristiyaanaa maraan baga ayyaan Qillee geessan jedhan.Ayyaannichi hordoftoota amantichaaf ayyaana nageenyaa fi fayyaa akka ta’u hawwii qaban ibsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015