Dooktar Abiy ergaa baga geessanii ayyaana Qillee bara 2013 dabarsaniiru.

106

Finfinnee, Muddee 28, 2013 (TOI) - Ayyaana Qillee bara kanaa wayita kabajnu qormaata keessa dabarree fi carraa murteessaa gara fuulduraa nu eeggatu yaadachaati jedhan Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad.

Dooktar Abiy ergaa baga geessanii ayyaana Qillee bara 2013 dabarsaniiru.Gadadoo duuba fayyina, ifa nageenyaa, bara bilisummaa fi jaalalaatu dhufa jedhan.Yaa ta’uutii adeemsi isaa salphaa miti jedhan Dooktar Abiy.

Itoophiyaan guyyaa dhaloota isaa dhaabbate dhaloota ishee guyyaa itti kabajjuudha jedhan.Ummaanni Itoophiyaa hundi baga guyyaa dhaloota Iyyasuus Kiristoosiin isin ga’e jedhan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015