Mata duree 'Ijaarsa Mootummaa, Ijaarsa biyyaafi muuxannoo biyya alaa' Jedhuun Mariin dargaggoota Oromiyaa Giddu Gala Aadaa Oromootti gaggeeffamaa jira.

Finfinnee, Mudde,24/2013(TOI)- Mata duree 'Ijaarsa Mootummaa, Ijaarsa biyyaafi muuxannoo biyya alaa' Jedhuun Mariin dargaggoota Oromiyaa Giddu Gala Aadaa Oromootti gaggeeffamaa jira.

Ittigaafatamaa Ijaarsa Siyaasaa Liigii dargagoota Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Dargaggoo Adinan Hajii dirreen dimookiraasii bal’atuus kophaasaa hiika hin qabu, walmoormuu mariin gabbisuun aadaa dargaggonnii ittifufsiisuu qabudha jedhan.

Waltajjiin kunis Ijaarsa Mootummaa fi biyyaa irratti dargaggoota beekumsa fi muuxannoo guddaa qabniifii ilaalchoota siyaasaa garagaraa qaban hirmaachisuun kan gaggeeffamaa jirudha jedhan.

Barruun mariitiis Sad.Ministir Di'eetaatti komishinii karooraa fi Misoomaa Fedaraalaa Dr. Namarraa Gabayyaw tiin dargaggootaaf dhiyeessan.

Maddi:- OBN

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015