Magaalaa Dabaramaarqositti balaa Ibiddaa gahee suuqonni 48 miidhaan gahe.

59

Finfinnee, Muddee 23, 2013 (TOI)- Naannoo Amahaaraa Bulchiinsa magaalaa Dabra Maarikoositti balaa ibiddaa qaqqabeen suqoota 48 irraa miidhaan qaqqabu poolisiin beeksiseera.

Itti gaafatamaan waajjiraa poolisii bulchiinsa magaalichaa inispeektar olaanaan Ajanaaw Addis, balaan ibiddichaa kan qaqqabbee gidduugala gabaarrati ta’uu himaniiru.

Ka’umsa balichaan tilmaama qabeenyaa barbadaa’ee poolisiin qulqulleessa jira jedhaniiru.Balichaan namarraa miidhaan qaqqabee akka hin jirrees himaniiru jechuun FBC gabaasera

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015