Manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Dabaarqii Birhaan Waajjiraa Giiftii Dureen ijaarame xumurame.

59

FINFINNEE,Mudde15,2013-Manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Dabaarqii Birhaan Waajjiraa Giiftii Dureen ijaarame xumurame.

Manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Dabaarqii Birhaan Naannoo Amaaraatti kan argamu yoo ta'u,baasii mana barmsichaa hunda kan danda’e, Waajjiraa Giiftii Duree ta’uu, Waajjirri Barnootaa Naannoo Amaaraa himeera.

Ijaarsa Mana barumsichaaf Birrii Miiliyoona 13.5 itti ba'e.Dabalatanis manni barumsichaa Kutaa barnootaa 18 kan qabuu fi Mana kitaaba,Kutaa yaalaa,kutaa bulchiinsaa fi mana fincaanii qaba.

Waajjirraa Barnootaa Naannoo Amaaraa irraa odeeffaanne.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015