Gaazexessittoonni yaada loogi irraa bilisaa ta’en hojjechuun tokkummaa biyyaa cims irratti xiyyeefachuun akka barbaachisu himame.

61

Finfinnee Mudde 05/2013(TOI) – Gaazexessittoonni yaada loogi irraa bilisaa ta’en hojjechuun tokkummaa biyyaa cims irratti xiyyeefachuun akka barbaachisu himame.

Gaazexessittoonni hundi yaada loogi irraa bilisa ta’en gabaasuun guddina biyyattifi barbaachisuu galmeesisuun akka danda’amu ibsameera.

Abbaan Taayitaa Biroodkaasti Itoophiyaa Sadaasa 02 bara 2013 bakka Deetaan Ministira Dhimmaa Alaa Aadde Tsiyoon Takkiluu fi Daarektarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Biroodkasti Itoophiyaa Dr. Getaachoo Dinquu argamanitti gaazexessittoota dhaabbata miidiya mootummaafi dhuunfaa irra walitti babahaniif leenjii haala itti gabaasni walitti bu’insa gabaafamu irratti xiyyeeffatu kennameera.

Leenjiin kun haalli biyyattin keessa jirtu keessaa baasun akka tasgabbooftuf gaheen qabu olaanaa sababa ta’eef gaazexessittoonni maloota gabaasni ittin gabaafamu kanneen hubachuun hojjechuu qabu jedhameera.Leenjii kana irratti barreeffamonni qorannoo haala gabaasa walitti bu’insa irratti xiyyeeffatu dhiyaateera.

DhPI gabaase.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015