Atileetonni gootota biyya adunyaatti beksisani-Pirezedaant Sahalawarq Zawdee

133

Finfinnee Muddee 4/2013(TOI)- Atileetonni gootota biyya adunyaatti beksisan waan ta’aniif isaan kabajuun barbaachisaadha jedhan Pirezedaant Sahalawarq ZawdeeYaadannoon injifannoo maaraatoonii 60ffaa Ababaa Biqilaa mataduree injifannoo miila duwwaa jedhuun hoteela sharatanitti geggeeffame.

Keessummaan kabajaa sirnicha irratti argaman Pirezedaant Sahalawarq Zawdee atileetonni gootota biyya adunyaa irratti beksisaan waan ta’eef kabajatu maalaaf jedhan.

Atileet shaambal Ababaa Biqilaa maraatoonni magaalaa Roomitti miila duwwaa fiigee injifachuun alaabaa biyyaa ol kaasuun seenaa jabaa goota hojjete ta’uu eeran.

Injifannichi fiigichaan oli kan jedhan pirezedaant sahalawarq , mataa ol qabannee akka adunyaatti beekkamnu nu taasise jedhan.

Biyyi goota hin kabajne eessayyuu hin geessu kan jedhan Pirezedaant Sahalawarq , gootota akka abbabaa biqilaa kabajuu fi yaadachuun gocha eebbifamaadhas jedhan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015