Jilli Pireezidaantiin Afrikaa Kibbaa fi dura taa'aan Gamtaa Afrikaa ergan ABUT fi mootummaa federaala aarsuuf jedhu soba jedhame.

48

Finfinnee,Sadaasa. 12, 2013(TOI) - Jilli Pireezidaantiin Afrikaa Kibbaa fi dura taa'aan Gamtaa Afrikaa ergan Ministirra Muummee Dr. Abiyyi Ahimad waliin addatti ni mari'atu jedhame eegama.

Pireezidaantii Sirili Raamaafoosaa jila ergan kana waliin addatti kan mari'atan yoo ta'u dhimmi araara Mootummaa Federaalaa fi ABUT ilaalchiseetti oduun garuu jedhu soba ta'uu ibsameera.

Jilli kun garee badii ABUT fi Mootummaa Federaalaa walitti araarsuuf oduun jedhu soba akka ta'e Koreen Qulqulleessaa Odeeffannoo Labsii yeroo muddatamaa beeksiseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015