Filannoo bara kana gaggeefamuuf haala ramaddii miidiyaalee irratti paartileen siyaasaafii dorgomtoonni dhuunfaan mari’achaa jiru.

67

Finfinnee, Sadaasa,11,2013(TOI)-Filannoo bara kana gaggeefamuuf haala ramaddii miidiyaalee irratti paartileen siyaasaafii dorgomtoonni dhuunfaan mari’achaa jiru.

Marii kana irratti dhaabbileen miidiyaafi qaamoleen siyaasaa hirmaachaa jiru

Kaayyoon marii kanaa rakkoolee itti fayyadama miidiyaa ilaalchisee yeroo darbetti muudatee ture irratti marii gaggeessuun filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaaf haala mijeessuu akka ta’e beekameera

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015