Torbeen hubannoo farra Ilbiissotaa addunyaa mata duree ‘farra Ilbiissotaa of eeggannoon fayyadamaa’ jedhuun kabajamaa jira.

68

Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (TOI) – Torbeen hubannoo farra Ilbiissotaa addunyaa mata duree ‘farra Ilbiissotaa of eeggannoon fayyadamaa’ jedhuun kabajamaa jira.

Rakkoo wal baruu farra ilbiissotaa fi qoricha farra Jarmootaa furuuf hubannoo itti fayyadama farra Ilbiissotaa guddisuun murteessaa ta’uu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktyar Liyaa Taaddasaan fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.

Qorichoota farra Ilbiissotaa bu’ura ajeja ogeeyyii fayyaa qofaan fudhachun barbaachisaa ta’uu eeraniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015