Qaamoleen yakkamtootaa maqaa araaraafi taa'anii walmarii'achuutiin olaantummaa seeraa jalaa bahuu hin danda'ani jedhan Ministiri Muummee D.Abiyyi Ahmad

92

Finfinnee onkololeessa 28/2013(TOI)- Qaamoleen yakkamtootaa maqaa araaraafi taa'anii walmarii'achuutiin olaantummaa seeraa jalaa bahuu hin danda'ani jedhan Ministiri Muummee D.Abiyyi Ahmad

Kaayyoon oppireeshinii gaggeeffamaa jiruu namoota dhuunfaafi gareewwan badii adabbii barbaachisu utuu hin argatiin garmalee daangaa darbanii turan, akkaataa seerota biyya keenyaatiin akka itti gaafataman taasisuudhas jedhan barreffama toora fecbook isaanin.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015