Qindoominaan hojjennaan Covid-19 ofirraa ittisaa hojii baruu fi barsiisuu ni mirkaneessina" Ministira Saayinsii fi Dhaabblee Barnoota Olaanoo, Dr Saamu'el Urqaatoo.

62

Finfinnee, Onkololeessa,20,2013(TOI)-"Qindoominaan hojjennaan Covid-19 ofirraa ittisaa hojii baruu fi barsiisuu ni mirkaneessina" Ministira Saayinsii fi Dhaabblee Barnoota Olaanoo, Dr Saamu'el Urqaatoo.

Yuuvarsiitiin Waachaamoo simannaa barttootaaf qophii taasisaa jiru, Ministirri Saayinsii fi Dhaabblee Barnoota Olaanoo, Dr Saamu'el Urqaatoo daawwataniiru.

Dr Saamu'el Mooraa Yunvarsiitichaa Kaampaasii Hoosaa'inaa fi Kaampaasii Duraameetti argamuun sabaaba Covid-19 barnoonni dhaabbatee ture hojii eegalchiisuuf qophiileen xummuramuu daawwannaasaanii mirkaneeffachuu himaniiru.

Madda:-Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Olaanoo

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015