Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad pirojeektii daandii Goodee-Qallaafoo-Farfaan jalqabsiisan.

106

Finfinnee,Onkololeessa,19,2013(TOI)-Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad pirojeektii daandii Goodee-Qallaafoo-Farfaan jalqabsiisan.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad har'a ganama Naannoo Sumaalee magaalaa Goodeetti argamuun pirojeektii daandii Goodee-Qallaafoo-Farfaan jalqabsiisaniiru.

Dooktar Abiy ijaarsicha kan eegalchiisan itti aanaa muummee ministiraa obbo Dammaqaa Mokonninii fi pireezdaantii mootumma naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa waliin har’a magaalaa Goodeetti argamuun.

Ijaarsii daandicha wayita xumuramuu daldala baasii fi galii biyyaatti ni si’eessaa jedhameet eegama.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015