Godina Matakkalitti mariin dhimma nageenyaa irratti fulleffate geggeffamaa jira

72

Finfinnee onkololeessa 10/2013(TOI)- Godina Matakkalitti haala siyaasaa fi nageenya naannichaa bu’uura kan godhate mariin geggeeffamaa jira.

Marii kana irratti hoggantoonni olaanoo naannichaa,godinaa fi aanaalee bakka argamanitti geggeeffamaa jira.

Marii hariiroom uummataa cimsuu fi sirna federaalizimii sirnaan hojiirra oolchuu irratti marii fuulleffatetu geggeeffama jedhame.

Anga’oonni kun rakkoolee bu’uuraa godinichatti mudate bifa waaraan furuuf ajandaalee bu’uuraa irratti mariyatu.

Marii kana irratti pirezedaantiin naannoo Benishngulgumuuz Ashadli Hasanif anga’oonni federaalaa fi naannichaa argamuu gabasni qajeelcha kominikeeshinii naannichaa ni mullisa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015