Raawwiin hojii mootummaa fi Paartii Badhaadhinaa Naannoo Oromiyaa kan kurmaana 1ffaa Magaalaa Adaamaatti qoratamaa jira

76

Finfinnee Onkololeessa 09/ 2013(TOI) - Raawwiin hojii mootummaa fi Paartii Badhaadhinaa Naannoo Oromiyaa kan kurmaana 1ffaa Magaalaa Adaamaatti qoratamaa jira.

Qorannoo hojii kanarratti Pireezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhina Naannoo Oromiyaa Obbo Fiqaadu Tasammaa argamaniiru.

Hoggantoonni biiroolee fi Godinaalee akkasumas Magaalotaas qorannoo hojii kanarratti argamaniiru.OBN gabaase.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015