Ministeerri Nageenya Komishinii Bulchiinsa Daangaafi Eenyuummaa waliin sanada waliigaltee mallattessan.

Finfinnee,Onkololeessa. 6, 2013 (TOI)– Ministeerri Nageenya Komishinii Bulchiinsa Daangaafi Eenyuummaa waliin sanada waliigaltee mallattessan.

Dhaabbileen kun itti gaafatamummaa isaaniif kenname bifa qulqullina qabun hojjechuun kayyoo dhaabbilee kanaa galmaan gahuuf waliin hojjechuuf waliigalaniiru.

Ministirri Deetaan Ministeera Nageenya Dr. Siyyuum Masfin waliigalteen waliinii kun manca’insa qabeenyaa ni hir’isa jedhame yaadameti jedhan.

Ministeera Nageenyaarraa odeeffanne.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015