"Paarkiin Inxoxxoo haadhoolii fi dargaggootaaf giddu gala abdii ifaa ta'uu eegalera" jeedhan Kantiibaa Itti aantuu Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee. - ENA Afaan Oromoo
"Paarkiin Inxoxxoo haadhoolii fi dargaggootaaf giddu gala abdii ifaa ta'uu eegalera" jeedhan Kantiibaa Itti aantuu Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee.
96
Finfinnee, Onkololessa. 5, 2013(TOI) "Paarkiin Inxoxxoo haadhoolii fi dargaggootaaf giddu gala abdii ifaa ta'uu eegalera" jeedhan Kantiibaa Itti aantuu Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee.
Haadhoolii fi dargaggoota Paarkii Inxoxxoo keessa carraa hojii argatan 1000 waliin mar'achuu adda Adde Adaanech himaniiru.
Dargaggoonni carroolee hojii uumaman osoo hintuffatini, haala sirrii ta'een fayyadamun, naamuusa gaariini fi miira walgargaarun haala dargaggoota biroos fayyaduu dandahun hojjachu qabu jedhan.
Haadhooliinis ta'an dargaggoonni carraan isaaniif uumame, jijjirama jiruu foyya'eef ittin fayyadamu akka qabu jechuun aadde Adaanech Fuula feesbuuk isanirratti barreessaniru