Guyyaan agartuu sadarkaa addunyaatti kabajamaa jira

111

Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (TOI)- Guyyaan agartuu addunyaa sadarkaa addunyaatti har’a kabajamaa jira.

Guyyichi akka Oromiyaatti Fulbaana 28,2013 mata duree ‘Abdiin Keenya Agartuu Keenya’ jedhuun yaadatameera.

Kaayyoon guyyaa kun kabajamuuf, ijji qaamolee kunuunsa guddaa barbaadan keessaa isa tokko waan ta’eef, namoonni ija isaaniitiif kunuunsa akka taasisaniif hubannoo uumufi jedhameera.

Guyyaa kana sababeeffachuun hojjattoonni biiroo eegumsa fayyaa Oromiyaa dhiibbaa dhiigaa arjoomaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015