Biyyoonni hundi dhiibba Jijjirama qilleensaa jalaa damdamachuuf humana qabaniin hojjechuu qabu- Pireezidanti Saayilawarq Zawuudee

118

Finfinnee,Fulbaana 28/2013(TOI)-Biyyoonnii hundi dhiibba jijjiirama qilleensaa jalaa damdamachuuf humna qabaniin hojjechuu akka qaban Pirezidantii Saayilawarq Zawuudee gaafatan

Pireezidantii Saayilawaq Zawudee Foramii dhiibbaa jijjirama qilleesaa irratti haasaa tasisaan jiru.

Pireezidantii Foramichaa kan ta'an muummeen Minisitiraa Baangiladishtu walagahii kan waamee. Isaanis waligan kana irratti yeroo qabameef keessatti hoggantoonnii jijjirama qilleensaa jiru ittisuuf hojii qabatamaa hojjechuuf ejennnoo qaban kan itti mul'isanidha jedhaniru.

Pirezidantii Saayilawaq akka jedhanitti, "yeroo hin qabnu, biyyoonii humna qaban hundaa fayyadamuun yeroon kaa'amee osoo hin xummuramin haga sadaasa 2013tti deebii keennuu qabu" jedhaniru.

Yeroo ka'amee kanatti jijjirama qilleessa yeroo gara yerootti dabalaa dhufee to'achuu kan gargarudha jedhamera.

Kana biras darbee waliigaltee Paarisitti ta'ee ture kan digirii seelchiyeesii 1.5 galmaan gahuufis kan gargaruudha jedhaniru jechuun Waajjirri pireezidantii himera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015