Ofirra Uummataaf!

76

Finfinnee Fulbaana 20/2013(TOI) - ‘Ofirra uummataafi biyyaaf' mata-duree jedhun Koomishiniin Polisii Federaalaa sagantaa agarsiisa adda addaa Addababayii Masqaalaatti agarsiisa jira.

Sirna agarsiisaa kana irratti Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimadfi hoggantoonni olaanoon biroo argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015