Manni maree bakka bu'oota Uummata FDRI lammilee bala lolan midhamanif gargarsaa kennee.

64

Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (TOI) –Manni marichaa Afaaritti lammiilee lolaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 3 laate.

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI naannoo Afaaritti lammiilee balaa lolaa laga Awaashin miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 3 laatera.

Manni marichaa karaa af yaa’iisaa obbo Taaggasaa Caafootin deeggarsa qopheesse laatera.

Deeggarsichas pireezdaantiin mootummaa naannoo Afaar obbo Awwal Arbaa, obbo Taaggasaa Caafoo harkaa fuudhaniiru.

Maddi :- Mana maree Bakka bu'oota uummataa

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015