Dhaabbileefi namoota ayyaanni Damaraa Masqalaa nagaan akka xumuramu gootaniif galanni koo isin haa gahu... Ministira Muummee Dr. Abiyyi Ahimad

75

Finfinnee Fulbaana,17,2013(TOI) -Dhaabbileefi namoota ayyaanni Damaraa Masqalaa nagaan akka xumuramu gootaniif galanni koo isin haa gahu jechuun dhaamsa dabarsan Ministiirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad.

Ayyaanichi karaa nagaatiin akka kabajamu Carraaqqii qaamoleen nageenyaa gootaniifi namusni uummanni argisiise kan akka fakkeenyaatti ilaalamudha.

Dhamaatii dargaggoonni ayyaanichi akka miidhagu mul'isan waan biraa irratti akka dabalamun amana.

Nagaa keenya eeguufi eegsisuuf waltaaneefi qindoomnee hojechuun alaa waan caalu hinjiru. Irra drebiidhaan ayyaana gaarii jechuun karaa fuula FB isaanii ergaa dabarsanii jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015