Aadde Adaanach Abeebe qaamoolee ijaarsaa addabaabaayii masqaalaarratti hirmaatan galateefatan

55

Finfinnee, Fulbaana 14, 2013 (TOI)-Itti aantuun kantiibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee proojaktiin addabaabaayii masqalaa saffisaa fi qulqullinaan akka hojjetamuuf qaamoolee ga'eesaanii baa’an galateeffaniiru.

Qamoolee kanneenifis affeeraa irbaataa taasisaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015