Uummaanni yeroo ayyaana Masqalaa bara kanaa kabajuu vaayirasii koroonaa irra ofeeggannoo gochuu akka qabu waamichi dhihaate

97

Finfinnee,Fulbaana 12/2013 (TOI)- Uummaanni bara kana yeroo ayyana maasqalaa kabajuu kan duraa caalaa Vaayirasii koroonaa irraa ofeeggannoo guddaa gochuu akka qabu pireezidantiin itti aanaa naannoo uummata kibbaa obbo Riistuu Irdaawu waamicha godhaniru.


Itti aanaan pireezidantii kun ayyaana Masqalaa sababeeffachuun warra ayyaanicha kabajaniin baga ittin sin gahee jedhaniru.


Ayyaanni kun ayyanoota Itoophiyaa keessaatti ba'inaan adababaayitti namoota baay'een kabajamudha. Ayyaanichi ayyaana amantaa ta'uusan ciinaatti ayyaana aadaa fi eenyumman uummata keessatti bal'inaan mul'atudhas jedhaniru obbo Ristuun.


Ayyaana haalaa kanaan kabajamu kana bara kana yeroo kabajinu akka kanaan duraa waan gochuu hin dandeesinituu jira. Keessayyu weerarri vaayirasii koroona akka addunyaatti mu'atee ayyana gamtaan adababayitti kabajamuu kanarratti yoo ofeeggannoon hingodhamnee haalli inni bal'inaan babal'atu jira. Kanaaf ummanii bara kana yeroo ayyana masaqalaa kana kabaju ofeeggannoo guddaa gochuu qaba jedhaniru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015