Daandiin xiyyaara itoophiyaa balalii gara kepitawonifi johanisbarg irra deebiin eegaluufi

306

finfinnee Fulbaana 12/2013(TOI)- Daandiin qillensa itoophiyaa fulbaana 21/2013 irraa eegalee kara afrikaa kibbaa keppitawonif johanisbarg balali'iinsa eegaluuf akka ta'e beksise.

Biyyooni adunyaa weerara koronaa tohachuu fi ittisuuf balalii xiyyaraa fi sochiilee heduu uguruun ni yaadatama.
bu'uura kanaan daandiin xiyyara itoophiyaa magaalota biyyoota gara garaa adda kutee ture.

yeroo amma uggurri gara garaa biyyoota adunyaa keessati ka'aa jiraachuu bu'uureffachuun nageenya garee balalii fi balalistotaa sirriitti eeguun balalii idil adunyaa irra deebiin eegaluuf akka ta'e ibsa TOIf ergeen beksisee jira.

haaluma kanaan fulbaana 21 irraa eegalee gara afrikaa kibbaa kepitawoni fi johanisbarg akka eegalu beksisee jira.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015