Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil qaamolee hawaasaa Matahaara daawwatan

109

Finfinnee, Fulbaana 6, 2012 – Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil qaamolee hawaasaa Matahaaraafi aanalee naannawa ishee balaa lolaaf saaxilaman daawwatan.

Jiraattonni aanaa Matahaaraafi naannawa ishee, akkasumas naannoo Amaaraatti qaamoleen hawaasaa balaa lolaatin miidhaman jajjabeeffaman.

Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil jiraattota Matahaaraafi naannawa isheetirraa balaa lolaatin buqqa'an tursa yerootti daawwachuun jajjabeessaniiru.

Mootummaan rakkinicha furuufi lammiilee miidhaman deebisee dhaabuuf xiyyeeffannaadhan kan hojjetu ta'as jedhan ministirittiin.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015