Oromiyaatti namoonni 118 Covid-19 haara qabaman - ENA Afaan Oromoo
Oromiyaatti namoonni 118 Covid-19 haara qabaman
118
Finfinnee, Fulbaana 05,2013(TOI)-Naanoo Oromiyaatti sa'aatii 24 darbanitti namoonni haaraa 118 Covid-19 qabamuusaanii Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise.
Oromiyaatti sa'aatii 24 darbanitti namoota 2299 qorannoo taasifamee namoota 118 irratti vaayirasiin koronaa argameera.
Namoonni 268 ammoo dhibee kanarraa bayyanachuusaanii biirichi beeksiseera.
Oromiyaatti hanga ammaatti namoonni vaayirsasii koronaan qabaman 9204 ga'eera.