Aadde Adaanach Abeebeen muudama haaraa laatan.

Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (TOI) – Aadde Adaanach Abeebeen muudama haaraa 8 laatan.Haaluma kanaan;

1. Obbo Mulgeetaa Tafarraa- hogganaa Biiroo Galiiwwanii,

2. Obbo Tafarraa Mollaa- hogganaa Biiroo Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa,

3. Obbo Jamaal Radii- hoji raawwachiisaa olaanaa kutaa magaalaa Qiirqoos,

4. Obbo Makoonnin Ambaayee- hoji raawwachiisaa olaanaa kutaa magaalaa Boolee,

5. Obbo Shiisammaa G/Sillaasee- sadarkaa hogganaa biirootti gorsaa gurmaa'ina ummataa; kantiibaa

6. Obbo Tatakkaa Baqqalaa- sadarkaa hogganaa biirootti gorsaa gurmaa'inaa; kantiibaa

7. Obbo Xilaahuun Fiqaaduu- sadarkaa hogganaa biirootti gorsaa dhimma hawaasummaa kantiibaa,

8. Obbo Yatinnaayeet Mulgeetaa- sadarkaa hogganaa biirootti hogganaa keessummeessa komii ummataa ta'uudhan muudamaniiru.

Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen muudamtoonni itti gaafatama laatameef sirnaan akka ba'atan yaadachiisaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015