Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Bulchiinsa Amaanaa Tigray waliin raawwii hojii gamaaggaman - ENA Afaan Oromoo
Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Bulchiinsa Amaanaa Tigray waliin raawwii hojii gamaaggaman
Sadaasa 19/2019(ENA): Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Bulchiinsa Amaanaa Tigray waliin raawwii hojii gamaaggaman.
Bulchiinsa Amaanaa Tigraay waliin walgahii gamaaggama hordoffii gaggeesseera. Adeemsa, qormaataa, fi wantoota dursa kennaniif waliin ilaalleerra jedhani.
Raawwii bulchiinsa imaanichaa gamaaggamaneerra jedhan ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad ergaa fuula miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin.
#Mootummaa Ida’amuu
#Biyya Guddoo, Ummata Guddaa # Mul'ata Guddaa
Miseensa Maatii Miidiyaa Dijiitaalaa ENA ta’aa https://www.ena.et/web/links