Tamsaasa Kallatti:

Walgahiin koree hojii raawwachiisaa paartii badhaadhinaa eegalame

Sadaasa 18/2019 (ENA)-Walgahiin koree hojii raawwachiisaa paartii badhaadhinaa har’a eegalamuusaa ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad beeksisan.

Ministirri muummee ergaa fuula miidiyaa hawaasaa isaaniirratti barreessaniin akka ibsanitti, walgahiin koree hojii raawwachiisaa kallattii tarsiimawaa paartichaa fi haala yeroorratti kan xiyyeeffate ta’a.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015