Itiyoophiyaan miseensa mana maree siviil aviyeeshinii idil addunyaa ta’uun filatamte. - ENA Afaan Oromoo
Itiyoophiyaan miseensa mana maree siviil aviyeeshinii idil addunyaa ta’uun filatamte.
Sadaasa 12/2019 (ENA)- Itiyoophiyaan miseensa mana maree siviil aviyeeshinii idil addunyaa ta’uun filatamteetti.
Walgahiin ariifachiisaa dhaabbatichaa 43ffaan Kaanaadaatti gaggeeffameera.
Itiyoophiyaan wal gahii kanarratti sagalee 133 argachuun miseensa mana maree dhaabbata siviil aviyeeshinii ta’uun filatamuushee odeeffannoon ministeera dhimma ala ani mul’isa.
Turkiyyee, Omaan fi Indooneezhiyaan fi kanneen biroo miseensa mana marichaa ta’uun filatamaniiru.