Itiyoophiyaan dorgommii Olompiikii dargaggootaa Daakaar 2026’n tokkoffaa bahuun xumuruunshee qabxii seena qabeessa nama boonsudha-Kantiibaa Adaanech Abeebee - ENA Afaan Oromoo
Itiyoophiyaan dorgommii Olompiikii dargaggootaa Daakaar 2026’n tokkoffaa bahuun xumuruunshee qabxii seena qabeessa nama boonsudha-Kantiibaa Adaanech Abeebee
Sadaasa 3/2019(ENA)- Itiyoophiyaan dorgommii Olompiikii dargaggootaa Daakaar 2026’n atileetiksiin warqee 5 fi meetii 3 walumaa gala meedaaliyaa 8 argachuun tokkoffaa bahuun xumuruunshee qabxii seena qabeessa nama boonsu ta’uu Kantiibaan bulchiinsa magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee ibsan.
Kantiibaa Adaanech fuula miidiyaa hawaasaa isaaniin ergaa barreessaniin, atileetonni, leenjistoonnii keenya fi maatiin ispoortii qabxii kana argattan baga gammaddan jdhaniiru.
Injifannoowwan har’aa Itiyoophiyaa guddittii boruuf bu’ura ta’uusaanii dubbataniiru.