Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Fiinlaand waliin mari'atan - ENA Afaan Oromoo
Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Fiinlaand waliin mari'atan
Sadaasa 2/2019 (ENA)-Yaa’ii Hooggantoota COP31 cinaatti Pirezidaantii Fiinlaandi Aleksander Sitab waliin wal arguun mari'anneerra jedhan Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad
Yeroo walga’ii G20 kanaan dura taasisne irratti dhimmoota irratti marii'anne hojiirra oolchuu ilaalchisee marii taasisneerra.
Dhimmoota nageenyaa fi tasgabbii addunyaa ijoo ta'an, haala jijjiirama naannoo fi fedhiiwwan waloo marii keenyaan kan ilaalline yoo ta'u; kunis deggarsa Pireezdaantii COP32 Itoophiyaan fuudhu dabalatee, dameewwan waliigalteen irra ga'ame walitti dhufeenya ittifuufiinsa qabuun caalaatti guddisuuf xiyyeeffannoo addaa kan kennineefidhajedhaniiru.