Dhaqqabamummaa Faayinaansii jijjiirama qilleensaa dabaluu fi hojiiwwan dursaa biyyoota guddachaa jiranii gargaaruun barbaachisaadha — Dr. Fitsum Asaffaa - ENA Afaan Oromoo
Dhaqqabamummaa Faayinaansii jijjiirama qilleensaa dabaluu fi hojiiwwan dursaa biyyoota guddachaa jiranii gargaaruun barbaachisaadha — Dr. Fitsum Asaffaa
Sadaasa 2/2019 (ENA): Dhaqqabummaa maallaqa jijjiirama haala qilleensaa bal'isuu fi biyyoota guddachaa jiranii akka deeggaran taasisuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Maallaqaa fi Gaggeessaa olaanaan COP32 Dr. Fitsum Asaffaa ibsan.
Gamaaggama COP31 cinaatti mata duree “Fandii Maallaqa Jijjiirama Qilleensaa baay'ee giddu-galeessa ta'an dhaqqabummaa fooyya'aa fi dhiibbaa ol'aanaaf waliin hojjechuu” jedhuun qophaa'e irratti Ministirri Maallaqaafi Gaggeessaan Daldala Guddicha COP32 Dr. Dr. Fitsum Asaffaa haasawa taasisaniiru.