Yaa’ii Paartiilee siyaasaa Afrikaa 2ffaa cinaatti Durataa'aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Kabajamoo Mahaammud Alii Yuusuf wajjin mari’anneerra- Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahimad - ENA Afaan Oromoo
Yaa’ii Paartiilee siyaasaa Afrikaa 2ffaa cinaatti Durataa'aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Kabajamoo Mahaammud Alii Yuusuf wajjin mari’anneerra- Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahimad
Onkoloolessa 27/2019 (ENA)-- Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad Yaa’ii Paartiilee siyaasaa Afrikaa 2ffaa cinaatti Durataa'aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Kabajamoo Mahaammud Alii Yuusuf wajjin mari’anneerra jechuun ibsan.
Mariisaaniin Haala Bulchiinsa Riijinii , adeemsota siyaasaa hammataa, dhimmoota misoomaa yeroo dheeraa xiyyeeffannoo argachuu qaban akkasumas gaggeessummaa Afrikaa cimsuurratti walii-galtee bal’inaan mari’anneerrajechuun ergaa fuula miidiytaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin ibsaniiru.