Godina Kibba Lixa Oromiyaatti gamaggamni raawwii Hojii Mootummaa fi Paartii Kurmaana 1ffaa gaggeeffamaa jira - ENA Afaan Oromoo
Godina Kibba Lixa Oromiyaatti gamaggamni raawwii Hojii Mootummaa fi Paartii Kurmaana 1ffaa gaggeeffamaa jira
Onkolooleessa 21/2019 (ENA)--Godina Kibba Lixa Oromiyaatti gamaggamni raawwii hojii Mootummaa fi Paartii Kurmaana 1ffaa giddugaleessoota afur irratti hoggansa godinaaf aanaalee hirmaachisuun gaggeeffamaa jira.
Gamaggama hojii kanaan raawwiin hojii kurmaana 1ffaa dhihaachuun kan irratti mariyatamu yoo tahu kallattiin raawwii hojii karoora ofdanda'us kan itti kennamudha.
Hoggansi sadarkaan jiru potenshaala jiru mara fayyadamuun kutannoof hubannoon karoora of danda'uu hojiirra oolchuuf oggeessaaf qaamolee hawaasaa hirmaachisuun hojjechuu akka qabu ibsameera.
Hanqinoota raawwii keessatti mul'atan hundeerraa furuun mootummaa cimaa fayyadamummaa uummataa mirkaneessuu ijaaruuf xiyyeeffannoon hojjechuu akka qabu ibsameera. Koomunikeeshinii Godinichaarraa
#Biyya Guddoo, Ummata Guddaa # Mul'ata Guddaa