Guyyaa ayyaana Raayyaa Ittisa Biyyaa 119ffaa irratti lammilee karaa add addaatiin raayyaichaaf gumaacha taasisaniif badhaasni miseensummaa kabajaa raayyaa ittisa biyyaa kenname - ENA Afaan Oromoo
Guyyaa ayyaana Raayyaa Ittisa Biyyaa 119ffaa irratti lammilee karaa add addaatiin raayyaichaaf gumaacha taasisaniif badhaasni miseensummaa kabajaa raayyaa ittisa biyyaa kenname
Guyyaa ayyaana Raayyaa Ittisa Biyyaa 119ffaa irratti lammilee karaa add addaatiin raayyaichaaf gumaacha taasisaniif badhaasni miseensummaa kabajaa raayyaa ittisa biyyaa kenname
Guyyaa ayyaana Raayyaa Ittisa Biyyaa 119ffaa irratti lammilee dhuunfaa isaaniitiin miidiyaa hawaasaa irratti dhiibbaa uumuudhaan, miidiyaalee add addaatiin akkasumas biyya alatti dabalatee raayyaa sana bira dhaabbachuun gumaacha ol’aanaa taasisaniif beekamtiin miseensummaa kabajaa Raayyaa Ittisa Biyyaa kennameeraaf.
Miseensonni kabajaa kunis Itaamaajoorshuumii walii gala raayyaa ittisaa FDRI Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa irraa beekamtii miseensummaa kabajaa Raayyaa Ittisa Biyyaa kana fuudhaniiru.
Isaanis :
Obbo Afawarqi Badawwii Hasan
Obbo Biiniyaam Geetaachaw Warqee
Obbo Birruuk Asaffaa Balaay
Obbo Daawwit Kahasaay Kalal
Duree Fireehiywoot Yihaannis Somaa
Aadde Hiriyyaa Dhufeeraa Balachaaw
Obbo Jawaar Adam Umar
Obbo Mu’aaz Ga/hiwoot Wa/sillaasee
Obbo Taayyee Bogaala Aregaa
Obbo Yohaannis Biniyaam I/tsiyoon
Beekamtii miseensummaa kabajaa Raayyaa Ittisa Biyyaa kana argataniiru.