Tamsaasa Kallatti:

Doktar Abiyyi Ahimad Pireezidaantii itti aanaa Keeniyaa simatan

Onkololessa 14/ 2019(ENA) : Ministirri Muummee FDRI Doktar Abiyyi Ahimad pireezidaantii itti Aanaa Keeniyaa Kiituuree Kiindikiin simachuu isaanii toora miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniiru.

Dhimmoota waloo irrattis marii gabaabaa biyyoota lamaanii gaggeessuu isaanii beeksisaniiru.


 

#Mootummaa Ida’amuu

#Biyya Guddoo, Ummata Guddaa # Mul'ata Guddaa

Miseensa Maatii Miidiyaa Dijiitaalaa ENA ta’aa https://www.ena.et/web/links

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015